Categories

A sample text widget

Etiam pulvinar consectetur dolor sed malesuada. Ut convallis euismod dolor nec pretium. Nunc ut tristique massa.

Nam sodales mi vitae dolor ullamcorper et vulputate enim accumsan. Morbi orci magna, tincidunt vitae molestie nec, molestie at mi. Nulla nulla lorem, suscipit in posuere in, interdum non magna.

በኢትዮጵያ የኣስቸኳይ ጊዜ ኣዋጁን ተከትሎ የውጪ ድርጅቶች የእርዳታ ስራዎች በኣብዛኛው እንቅስቃሴ ቀንሰዋል።። ሰራተኞቹንም ጭጭ ኣሰኝቷል።

#Ethiopia #StateofEmergency በኢትዮጵያ የኣስቸኳይ ጊዜ ኣዋጁን ተከትሎ የውጪ ድርጅቶች የእርዳታ ስራዎች በኣብዛኛው እንቅስቃሴ ቀንሰዋል።። ሰራተኞቹንም ጭጭ ኣሰኝቷል። #MinilikSalsawi #NGO

Minilik Salsawi (ምንሊክ ሳልሳዊ) በኢትዮጵያ ውስጥ ወራቶችን ያስቆጠረው በኣገዛዙና በሕዝብ መካከል የተነሳውን ግጭት ተከትሎ የገዢው ፓርቲ ያወጀው

[…]

ESAT Daily News Amsterdam October 31,2016

The post ESAT Daily News Amsterdam October 31,2016 appeared first on The Ethiopian Satellite Television Service (ESAT).

[…]

ESAT Radio 30min Mon 31 Oct 2016

The post ESAT Radio 30min Mon 31 Oct 2016 appeared first on The Ethiopian Satellite Television Service (ESAT).

[…]

በቂሊንጦ ማ/ቤት በደረሰው እሳት ቃጠሎ ወቅት 22 ሰዎች በእሳት ቃጠሎ ሲሞቱ 45 ሰዎች በጥይት ተገለዋል።

በቂሊንጦ ማ/ቤት በደረሰው እሳት ቃጠሎ ወቅት 22 ሰዎች በእሳት ቃጠሎ ሲሞቱ 45 ሰዎች በጥይት ተገለዋል።

በኢትዮጵያ የፌደራሉ መንግስት ከሚያስተዳድራቸው ቃሊቲ፣ ዝዋይና ሸዋሮቢት ማረሚያ ቤቶች በተጨማሪ ጉዳያቸው በፍርድ ቤት እየታየ የሚገኙ እስረኞችን የያዘው ‹የቂሊንጦ ጊዜ ቀጠሮ ማረፊያ ቤት አስተዳደር› በርካታ ተጠርጣሪዎች …

[…]

Mootummaan Kanaadaa hariiroo diinagdee Itoophiyaa waliin qabutti fayyadamee,Itoophiyaa keessatti dimokraasin akka jiraatu fi mirgi dhala namaa akka kabajamu dhiibbaa gochuu qaba jechuun miseensonni paarlaamaa mootummaa Kanaadaa gaafataniiru.

Mootummaan Kanaadaa hariiroo diinagdee Itoophiyaa waliin qabutti fayyadamee,Itoophiyaa keessatti dimokraasin akka jiraatu fi mirgi dhala namaa akka kabajamu dhiibbaa gochuu qaba jechuun miseensonni paarlaamaa mootummaa Kanaadaa gaafataniiru.

Fincila ummataa Itoophiyaa keessatti geggeffamaa jiruun wal qabatee,hanga ammaatti namoonni lakkoofsaan kuma tokkoo fi dhibba jahaa ol ta’an hidhamuu isaanii kan eeran miseensi paarlaamaa biyya Kanaadaa Piitar Keenti jedhaman Itoophiyaa keessatti mirga namoomaa kabachiisuuf mootummaan Kanaadaa kallattii hundaanuu tarkaanfii barbaachisu fudhachuu akka qabu beeksisaniiru.

Ergaa barreeffamaan qophaa’e mootummaa biyya isaanif kan dhiheessan miseensi paarlaamaa kun,mootummaan,Kanaadaa gargaarsa maallaqaa Itoophiyaaf gochaa jiru ijaarsa dimookraasii akkasumas kabajamuu mirga namummaaf olchuu qaba jedhaniiru.

Lammiileen Itoophiyaa hundumtuu mirgi isaanii kabajameefii nagaan biyya isaanii keessa jiraachuu qabu jechuun barreeffama isaanii keessatti kan eeran Piitar Keenti,kana gochuun kan danda’amu mootummaan ol’aantummaa seeraatti amanu Itoophiyaa keessatti yoo hundeeffame qofaadha jedhaniiru.

Labsii yeroo hatattamaa Itoophioyaan baste ilaalchisee Ameerikaa dabalatee gamtaan Awurooppaa labsichi cunqursaa mirga namummaacaalatti babal’isa jechuun yaaddoo qaban ibsaa turaniiru.

Haaluma Kanaan Ameerikaan bifa adda ta’een lammiileen ishee gara Itoophiyaatti akka hin imalleef qoqqobbii gochuun ishee qaamolee addunyaa garaagaraa biratti yaaddoo hamaa uumaa akka jiru himameera.

Teeysoon waajjira isaanii Kanaadaa kan ta’e dhaabbileen mirga namoomaa hedduun mootummaan Kanaadaa mootummaa Itoophiyaa irratti tarkaanfii cimaa fudhachuu qaba jechuun duula gaggeessa turuu isaanii miidiyaan biyyatti CBC jedhamu gabaaseera.

Yakka shororkeessummaatin himatamee,Itoophiyaa keessatti mana hidhaatti ukkaamsamee dararamaa kan jiru lammii Kanaadaa tokko mana hidhaa keessaa baasuuf mootummaan kanaadaa waan danada’u hundaan mootummaa Itoophiyaa irratti dhiibbaa gochuu akka qabu dhaabbileen mirga namummaa biyya kanaadaa dabalataan gaafachaa jirus jedhameera.

Baashir Maaktaal namni jedhamu lammiin Kanaadaa kun yeroo gara Somaaliyaa imalee turettii, loltoota Itoophiyaatin qabamuun shakkiidhaan yakka shororkeessummaatin himatamee hidhaan umurii guutuu akka itti murteeffame beekuun danda’ameera.

Haa ta’u malee miseensonni paarlaamaa biyyattii fi dhaabbileen wabii mirga namummaa hedduun,mooptummaan Kanaadaa mootummaa cunqursaa Itoophiyaa irratti dhiibbaa barbaachisu gochuun Baashar Maaktaal mana hidhaatii gadi dhiisisuu akka qabu duula geggeessaa akka jiran beekkameera.

The post Mootummaan Kanaadaa hariiroo diinagdee Itoophiyaa waliin qabutti fayyadamee,Itoophiyaa keessatti dimokraasin akka jiraatu fi mirgi dhala namaa akka kabajamu dhiibbaa gochuu qaba jechuun miseensonni paarlaamaa mootummaa Kanaadaa gaafataniiru. appeared first on The Ethiopian Satellite Television Service (ESAT).

[…]

ESAT Weekly News Oct 30, 2016

The post ESAT Weekly News Oct 30, 2016 appeared first on The Ethiopian Satellite Television Service (ESAT).

[…]

ESAT Menalesh Meti, Government propaganda using religious & famous people October 31 2016Save Changes

The post ESAT Menalesh Meti, Government propaganda using religious & famous people October 31 2016Save Changes appeared first on The Ethiopian Satellite Television Service (ESAT).

[…]

ESAT Menalesh Meti, Government propaganda using religious & famous people October 31 2016Save Changes

The post ESAT Menalesh Meti, Government propaganda using religious & famous people October 31 2016Save Changes appeared first on The Ethiopian Satellite Television Service (ESAT).

[…]

What Do WE Want and Do NOW (that we are thinking about what we want and do?) (Part III)

Author’s Note: This is the third successive installment in a series I have called “What Do WE Want and Do NOW?”. The serialized commentaries have three aims: 1) take stock of the impact of the recent uprisings in Ethiopia against the backdrop of the extreme repression (“state of emergency”) unleashed by the Thugtatorship of the […] […]

Role of Tigrians and Non-Tigrians | By Belay A. Berhe     

belayakalu@yahoo.com In general Tigrians involvement in the opposition’s political condition has been received suspicious look by so many Ethiopians due to the fact that TPLF is fully driven by Tigrians. Regardless, it is very important as well as timely issue as most of us have a lack of considerate deficiency to separate the TPLF Tigrian […] […]

Categories

A sample text widget

Etiam pulvinar consectetur dolor sed malesuada. Ut convallis euismod dolor nec pretium. Nunc ut tristique massa.

Nam sodales mi vitae dolor ullamcorper et vulputate enim accumsan. Morbi orci magna, tincidunt vitae molestie nec, molestie at mi. Nulla nulla lorem, suscipit in posuere in, interdum non magna.