Categories

A sample text widget

Etiam pulvinar consectetur dolor sed malesuada. Ut convallis euismod dolor nec pretium. Nunc ut tristique massa.

Nam sodales mi vitae dolor ullamcorper et vulputate enim accumsan. Morbi orci magna, tincidunt vitae molestie nec, molestie at mi. Nulla nulla lorem, suscipit in posuere in, interdum non magna.

Ethiopia sack Yohannes Sahle: A look at what went wrong

By Zecharias Zelalem The Ethiopian national team still have 2017 AFCON qualifying games against Seychelles and Lesotho awaiting them as they attempt to qualify as one of the best second ranked teams in group qualifying. But they will do so without the man who has been in the Ethiopian dugout throughout the qualifiers. Yohannes Sahle […] […]

Firing Coaches is not the answer

By Samson Demissie Teffera When I heard the news that the Ethiopian Football Federation (EFF) fired Walias head coach Yohannes Sahle on Wednesday, I said here we go again. This is what I posted on Facebook on October 2014 after the EFF fired Coach Mariano Barreto. “I hear some rumors that EFF might let go […] […]

Interview with Dr Teshome Abebe – SBS Amharic

Interview with Dr Teshome Abebe – SBS Amharic […]

Police arrests 15 for mixing Teff flour with sawdust | Capital

(Capital) Fifteen people in Akaki Woreda 1 were arrested by police suspected of mixing Teff flour with earth, sawdust and other cereals’ waste products and baked Injera using unpurified flour. A microenterprise known as Belayneh Kinde and His Friends S.C. was associated with the crime. From the 15 people who are under custody by police, […] […]

የሲቪሉ ሰራተኛ ኑሮ በሁለቱ ዘመናት

ከ25 ዓመታት በፊት አንድ የኮሌጅ ዲፕሎማ የነበረው አስተማሪ ሲቀጠር የመነሻ ደመወዙ 347 ብር ነበር። ይህን ገቢ በወቅቱ ከነበረው የዶላር ምንዛሬ አንጻር ስናየው 173.5 ዶላር ይመዝን ነበር። ይህ አስተማሪ ገና ሲቀጠር የቀን ገቢው 5.8 ዶላር ነበር ማለት ነው። ከፍ ያለ ነበር። ከ25 አመት “እድገት” በሁዋላ በህወሃት ኢህዓዴግ ዘመን አንድ የኮሌጅ አስተማሪ ዲፕሎማውን ይዞ ሲቀጠር 1663 ብር […] […]

ማዕረግ እንስጣቸው!

ሰው በሕይወት ሳለ መቼም ማድነቅ አንወድ ማሻሻል አለብን ይሄን ነገር የግድ እኚህ ጠንካራ ሰው ፕሮፌሠር መስፍን ለራሳቸው ቢሆን የለፉት እስካሁን ሀብት ከሥልጣን ጋር በእጃቸው ጨብጠው በታዩ ነበረ ከሁሉ ሰው በልጠው ነገር ግን እኚህ ሰው ለሀገር ሲለፉ ምንም ሳይኖራቸው ዕድሜአቸውን ገፉ ሆኖም እንደሳቸው ከህሊናው አድሮ መኖር ክብር አለው እየበሉ ሽሮ ጥንትም ሆነ አሁን በተሳሳተ ሀገር መቼም […] […]

Shengo’s Press Release Regarding the US Senate Resolution

Following the European Parliament’s Resolution of January 21, 2016 on the situation in Ethiopia “strongly condemning the recent use of excessive force in Oromia and in all Ethiopian regions,” Shengo expressed its appreciation to the EU and called upon the Congress of the United States to take a similar stand. In this regard, we recognize […] […]

Hiber Radio Exclusive Interview with Journalist Befekadu Moreda and Sadik Ahemed | Audio

Source: http://www.zehabesha.com/hiber-radio-exclusive-interview-with-befekadu-moreda-and-sadik-ahemed-audio/

Lammileen Itoophiyaa Taanzaaniyaa irraa gara Keeniyaa geeffaman gara Taanzaaniyaatti deebifamuuf akka taa’an himame.

Share On Facebook

Torbaan dabre baqaattoota 70 lammii Itoophiyaa kanneen mootummaan Taanzaaniyaa daangaa Keeniyaa gubbaa qubachiifte turte deebi’anii gara Taanzaaniyaa akka deebifaman hoggantoonni keeniyaa irra deebi’uun ibsan.
Biyyoonni lamaan waa’ee lammilee Itoophiyaa kanairratti waliigaltee dhabuu keessa jiraatanis ministeerri dhimma alaa Itoophiyaa garuu waa’ee baqattoota kanaa oddeeffannoo akka hin qabne beeysise.
Haa ta’huu malee baqattoonni kun gara daangaa Keeniyaa akka hin seenne eegaa kan jiran hooggantoonni imigireeshiinii keeniyaa lammileen Itoophiyaa 74 gara Taanzaaniyaa deebi’anii akka deeman irra deebi’anii mirkaneeysuu isaanii gaazeexaan keeniyaa za istaar gabaase.
Humniti nagayaa Keeniyaa waayee lammiilee Itoophiyaa 74 tiin mudamsuurra osoo jiranuu dhuma torbaan kanaa tti poolisoonni keeniyaa baqattoota lammii Itoophiyaa 6 heeraan ala biyya seentan jechuun too’annaa jala oolchuu ibsan.

Namoonni too’annaa jala oolan kuni osoo gara Taanzaaniyaa imalaa jiranii daandii irraa qabamuu isaaniis poolisiin keeniyaa baqattoota ragaaf tilmaamuun himaaniiti jiran.
Lakkoofsa baqattoota Itoophiyaa irraa gara keeniyaa seenanii irrisuuf keeniyaan eegumsa cimaa gootuus baqattoonni guyya guyyaan akka keeniyaa seenaa jiran hubatamadha.
Tasgabbii dhabuu siyaasa Itoophiyaa dheeysuun gara biyyoota gara garaatti lakkoofsi lammilee baqatanii daran dabalaa akka jiru ragaan dhaabbata baqattoota mootummota gamtoomani ni mul’isa.
Bara 2015 qofaatti lammilee Itoophiyaa kuma 70 ta’an gara biyya nagaha hin qabne Libiyaatti kan baqatan yoggaa ta’hu, sochiin kun haalaan yaaddessaa ta’huu dhaabni mootummoota gamtoomanii himee jira.
Itoophiyaan daangaa sudaan irratti buufata eegumsaa haaraya jaaruun lakkoofsa baqattootaa irrisuuf hojjataa jiraattuus lammileen hedduun daangaa qaxxaamuraa akka jiran hubatame.

Share On Google Plus Share On Linkedin […]

Obboo Okeeloo Akuwaay fii namoota 7 tti hidhaan bara sagalii itti murtaawe.

Share On Facebook

Obboo Okeeloo Akuwaay bulchaan naannoo Gambeellaa durii fii namoonni 7 kan biro himannaa shoorarkeessummaa tiin hidhaa bara torbaa irraa hanga bara sagalii tiin adabamanii jiran.
Hidhamtootni himannaa shoorarkeessummaa tan itti dhihaatte diduun akka badii hin hojjatin ragaalee waliin dhiheeffataniis manni murtii jalaa diduun yakkaan adabeeti jira.
Bulchaan naannoo Gambeellaa durii fii namoonni torban kuni , bulchinsa gaambeellaa biyya irraa buqqisuu fii gaambeellaa diiguuf carraaqaa turan jechuun manni murtii yakkaan adabeera.
Murtii tanaan obboo Okeeloo fii Deevid Ujuluu adaba bara sagaliitiin yoggaa adabaman namoonni shanan hafan hidhaa bara torbaa tiin yakkamuun barame. Hidhamtoonni bara lama dura qabaman kuni naannoo Gaambeellaatti sossooha bilisumma baaftuu hidhannoo waraanaa eegaluuf biyyoota gara garaa keessa sossoohaa turan jechuun akka himataman odeeffannoon biyyaa ibsaati jirti.
Rakkoolee gosa Nuweerii fii Anyuwaak iin ajjeechaa lubbuu namoota 400 tiif bulchinsi naannoo Gaambeella durii qooda guddaa qaban jechuun himannaa itti dhiheessaniiti jiran.
Obboo Okeeloon iyyata mana murtii tti galfateen angoo Piresedaantummaa naannoo Gaambeellaa bara 2004 sababaa Muummichi biyyaa durii Mallas Zeenaawii waayee ajjeechaa fii duguuggaa sanyii ummata Gaambeellaa akka kijibuuf dirqeef tahuu ibsuun yaada isaa mana murtiitti dhiheesseeti ture .
Haatahuu malee bulchinsi naannoo Gaambeellaa durii himannaa itti dhihaate waakkachuun badii akka hin hojjatin iyyataniis manni murtii iyyannaa isaanii jalaa didanii yakka akka itti murteesan baramee jira.

Share On Google Plus Share On Linkedin […]

Categories

A sample text widget

Etiam pulvinar consectetur dolor sed malesuada. Ut convallis euismod dolor nec pretium. Nunc ut tristique massa.

Nam sodales mi vitae dolor ullamcorper et vulputate enim accumsan. Morbi orci magna, tincidunt vitae molestie nec, molestie at mi. Nulla nulla lorem, suscipit in posuere in, interdum non magna.